Exodus 32:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuaani gohanna biyyaa d'agaye jennaani waan Musani jed'e, Anini qonqo lolaa olla keesa d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun laagaa ililtaa bani'ii dhagayee Muuse'een «Safara keessa laagaa ililta'aatitu jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun hogaa caanca kolba'aa yennaa dhage'e, Muuse'een, «Addee quttumaa keessa caanca lolaatitti jira» jedhe.