Exodus 32:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'eeni, Qonqooni suni aka qonqo nama nyaapa had'e dabsate yokhaani ka dabsatani imfakaattu; isiini qonqo sirba fakaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «kun laagaa worra mooyanii yookaan laagaa worra mooyamaniitii miti; garuu ani laagaa sirbaa dhagaya'aara» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle deebisee, «Caanci ani dhage'e kun caanca sirbaati malee, caanca qeexalaa yookiin caanca bowichaatii moti» jedhe.