Exodus 32:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Harunini waan biyyaani jed'e, Waan nad'eeni teesanifi ilmaani teesani gurrati naqatu iraa yaasa natiini koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroonillee, «Worqii gurraatii fi qubee haadha manaa teessanii, ka ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta intalaallee guura'aatii natti fidaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronille deebisee, «Worqii gurraa ta dubartoota teessanii, ta ilmaan teessaniitii fi durra teessanii irraa baasa'aatii gara kiyya fida'a» jedheen.