Exodus 32:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni Harunini jed'e, Worri kunini maani si tolcheefi ch'ubbu akana hamtu tana keesa buufte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Aarooniin «Banii maal gootee cubbuu guddaa kana isaanitti fidde?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Aaroniin, «Kolbaan tun maan si goonaan ati akka isaan cubbuu guddoo akkanaa hujanu goote?» jedhe.