Exodus 32:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan naani jed'e, Nu waan namicha Musa jed'ani kana, ka lafa Misiri keesaa nu baase qabate imbeennu; tanaafi waaqa nu dura deemu nu mid'aasi naani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, ‹Muuseen biyya Misiriitii nu baase kun maal akka ta'e hin beennuu; kanaafuu waaqolee afoo keenna deeman nuu huji› naan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan anaan, ‹Muuseen nu sooressee biyya Gibxi'ii keessaa nu baase sun maan akka te'e hin beennu; waaqota nuun dura deemanu nuu huji!› jedhane.