Exodus 32:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani aka Harunini laafe, biyyiti harka isaa keesaa baate nyaapa worra durati ufi daallesite arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Aaroon akka baniin diintota ufii afo'otti salphatan, banii akka adaba dhaban akka gad dhiiseeru hennaa arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan seera malee jiraattee, diinoti isaanii akka isaanitti murganu, Aaron akka isaan gad lakkise, Muuseen dhagge.