Exodus 32:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni fullo olla keesa eje lalabe waan jed'e, Nami ch'ufti ka gara AABBO Waaqaa jiru ha gara kiyya gad'ufu. Jennaani ilmaani Lawi ch'ufti gara isaa d'ufte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
safaraa afoo dhaabatee «Namni Rabbii gara kiyya haa dhufuu!» jedhe; ijoolleen Leewwi'ii maruu isa biratti wol gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni seensuma addee quttumaa dura dhaabbattee, «Nami ka Mootii Waan Maraa te'e marti gara kiyya dhufuu ti!» jedhe; worri Lewwootaa marti gara isaa dacha'ane.