Exodus 32:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan jed'eeni, AABBO Waaqi Israeli waan jed'u, Isaniini kuni ch'ufti sheefti teesani guurad'a, olla kana ch'ufa keesa haga fullo tana iti keeyattani taani d'ibi d'aaba oboleyaani teesani taanaani, jaallowaani teesani taanaani, olla keesani taanaani ch'ufumayu hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee Rabbi Waandhi Israa'elii «Namni keessan maruu guraadee mudhii ufiititti haa hidhatuu; ganda keessa asii fi achi haa deddeemuu; namni keessan maruu obboleessa ufii, goshoo ufiitii fi ollaa ufii haa ajjeesuu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni, isaaniin, «Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa'elii, ‹Nami tokko tokkooyyuu shallaagaa ifii hidhatee, addee quttumaa keessa cinaa tokko irraa haga cinaa taanii asii fi achi deemaa obboleessa ifii, jaala ifiitii fi ollaa ifii ijjeesuu ti› jedha» jedhe.