Exodus 32:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani Lawi akuma jed'ani suni tolchite guyya suni nama kuma sadi hobaafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan Leewwi'iillee akkuma Muuseen jedhe godhan; gaafa san banii keessaa namoota kuma sadihiititu dhume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwootille akkuma Muuseen isaan ajaje tolchane, guyyuma sanuu nami gara kuma sadii dhumate.