Exodus 32:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan ilmaani Lawitini jed'e, Arra isani ya Waaqa keesani ufi gabaaftani, aka qaalole huji AABBO Waaqaa hojattu, maro ilmaani teesanifi oboleyaani teesani ijeeftanii. Tanaafi AABBO Waaqi ya eeba isaa isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee, «Akka Rabbi eebba isinii buusu adha marti keessanuu harka keessan ijoollee teessanii fi obboleewwan keessaniif woyyoomsaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen Lewwootaan, «Ilmaan teessanii fi obboleeyyan teessan irratti waan kaataneef adha Mootii Waan Maraatiif adda baataneertan, tanaaf inni adha isin eebbiseera» jedhe.