Exodus 32:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma beeni deemi, gumi tana lafa anini siini jed'e taaniti geesi. Ammo beekhi, malaikaani tiyya si tissite si woliini deemti. Ammo hojaani anini worra kana maro ch'ubbu worraatifi gaargalchu inuma d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee deemiitii gara ani siin jedhe isaan masakki; maleekkaan kiyya si afoo deema; inni hennaa isaan tooyatu cubbuu isaaniitiif isaan adaba» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma dhaqiitii kolbaa san addee ani sitti hime san geessi! Ergamaan kiyyalle si'iin dura hin deema. Te'uu malee, yennaan ani isaan adabu yoo geette, cubbuu isaaniitiif, ani isaan hin adaba» jedhe.