Exodus 32:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi d'ukuba biyyati buuse, wonti akanatiifi worrati Haruni korma worqi irreeni mid'aasise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Aaroon fakii waati'ii isaaniif hojjatuuf waan isa giddisiisaniif Rabbi bani'itti dhukkuba ulfaataa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan akka Aaron worqii irraa fakkii jabbi'ii huju waan gooteef, Mootiin Waan Maraa balaa isaanitti buuse.