Exodus 32:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Harunini fulla sorio iti baasani korma worqi suni durati jaare, Jila guddo AABBO Waaqa tolchaniti jira jed'e biyya ch'ufati lalabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon haga kana arge hulee ciinca'aa qopheessee «Boru ayyaana Rabbiiti» jedhee labse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronille yennaa waan kana dhagge, fakkii jabbi'ii ta worqii irraa hujante san duratti, addee ciinca'aa ijaaree, «Boru Mootii Waan Maraatiif guyyaa jilaa te'uu ti» jedhee lallabe.