Exodus 32:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani boriyyaate ganama worri Israeli kae sorio gubani baasanifi ta wold'ageetitiini d'ufe. Duuba biyyiti eegi nyaatte d'udde, kaate tabatte sirbite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganama obboroo ka'anii ciincaa gubamuu fi ciincaa fayyinnaa dhiyeessan; baniinillee taa'ee nyaatee dhugee sirbu'uuf lafaa ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre boruyyaa kolbaan ganamaan kaatee kennansa gubamu dhikeessitee, kennansa tokkumma'aalle kennite. Achiin duuba isaan nyaataa fi uniisatti gad tee'ane; sirba fokkisiisulle sirbiisatti ka'ane.