Exodus 33:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi atini nu woliini indeemne, nami d'ibileeni akami aka atini anaafi worra kankele iraa gammade si beekha? Waheli atini nu wahelchitu gosa taani d'ibiini gargara nuu baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati yoo ka nu woliin hin baane anii fi baniin kun banii biyya lafaa jiru afo'otti gaachena argachuun keenna maali'iin beekkama?» Jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati yoo nu woliin hin ideemin, anii fi kolbaan teeti si biratti fudhatama akka qannu nami attam beeka ree? Ati nu woliin yoo hin jiraatin, anaa fi kolbaa teeti, kolbaa biyya lafaa ta dhibii irraa wonni nu adda godhu maan ree?» jedhe