Exodus 33:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini jette kana anini intolcha, wonti akanatiifi anini guddo si beekha ammalle ya si maache.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Na afo'otti gaachena waan argattee fi waan si beekeef waan jette kana maraa hin godha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ati na biratti fudhatma waan qadduuf, maqaa keetille'een waan si beekuuf, waan ati na gaafatte kana mara si'iif hin godha» jedhe.