Exodus 33:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fuula kiyya si ingarsiisu, wonti akanatiifi nami fuula kiyya arge jiraatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni fuula kiyya argee waan jiraachuu hin dandeenneef ati fuula kiyya arguu hin dandeettu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu, nami fuula kiyya dhagge le'uu waan hin dandeenneef, ati fuula kiyya dhagguu hin dandeettu.