Exodus 33:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato guddinni kiyya si d'aatu dabru anini si fuud'e goda d'akha keesa si kaye harka kiyyaani siti ch'ufa, haga anini dabruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ulfinni kiyya lufu, dhagaa baqaqe keessa si tursiisa; haga si bira lufuuf harka kiyyaan si golga;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ulfinni kiyya achiin dabaru, baqaqa rassa'aa keessa si keyee, ani haga dabarutti harka kiyyaan si golla.