Exodus 33:3 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani lafa aananifi dammi aka lolaa yauti godaantani, Ammo anini isani woliini indeemu, wonti akanatiifi isani guddo mataa jajabo, hegeri anini karafati isani balleesa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara lafa aananii fi dammaa san deema'a. Isin kolbaa mataa jabaattu waan teetaneef, karaa irratti akka isin hin balleessineef, ani isin woliin hin deemu» jedhe.