Exodus 33:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Musani gara Waaro d'aqu ch'ufa biyyiti waaro ufii dura ejaanjite Musaa ilaalte, haga inni arti olseenuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen hennaa gara daase'ee dhaqu namni maruu ol ka'ee dhaabataaf; namni maruu balbala daasee wol gayi'ii afoo dhaabata; haga Muuseen daasee keessa seenuuf baniin dhaabatee isa laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Muuseen bayee gara dunkaani'ii deemu mara, kolbaan marti kaatee seensuma dunkaanii ifii dura dhaabbattee, haga Muuseen dunkaanii seenu ilaalti.