Exodus 34:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'u, worra lafa suni iti imataqiini; hegeri worri sunini t'urura hama keesa si buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka siiboo isinitti hin taane worra hulee isin dhaxxan san isin woliin jiraatan woliin akka waadaa hin galle uf eeggadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan tiyyoo si'itti hin teene, addee ati dhaqaartu worra lafa san keessa le'u woliin Gondooroo akka hin goone ifi eeggadhu.