Exodus 34:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fulla worri sorio iti qalu balleesi, waan worri arti old'ad'aabufi akheekha waaqa worraa ka Ashera jed'ani ch'a ch'absi balleesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isaan ciincaa itti qopheessan diigaa'a; waaqa tolfamaa asheeraa jedhamtu caccabsaa'a; muka isaan ciincaa jalatti qopheessan maraa mummuraa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee ciinca'aa ta isaanii diiga'a; soodduu isaanii woyyittii butucha'a; utubaa waaqa dharaa ta, ‹Asheeraa› jedhantu ta isaanii jissa'a.