Exodus 34:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyya lafa suni keesa jirtuuni wolti imataqiini, wonti akanatiifi worri hegeri sagale sorio, ta waaqoota isaani ka d'araatiini kad'atani iti si yaame si nyaachisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra biyya san keessa jiraatan woliin waadaa hin galin; hennaa isaan waaqa ufii duukaa deemanii seebaranii fi hennaa ciincaa isaa qopheessanii isin waaman dhaxxanii ciincaa isaanii hin nyaatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa lafa sanii woliin akka wol hin Gondoorre ifi eeggadhu; sababille isaan waaqota ifii gula fiiganee yennaa ciincaa dhikeessanu si hin waaman; atille ciincaa san hin nyaatta.