Exodus 34:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani qara murattu ka ganna ch'ufa Mana AABBO Waaqatini kooti. Ilmaani ree ta haad'a hootu ind'aabiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daraaraa duraa filatamaa gara mana Rabbii Waaqa keetii galchita; «Foon korbeessa hoola'aa yookaan korbeessa re'e'ee aannan haadhaatiin hin affeelin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan latti si'iif baache keessaa midhaan matoomaa ka irra caalaa dansa'aa ana Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif dhikeessi. «Buruusoo re'e'ee aanan haadha isi'iitiin hin iffeelin» jedhe.