Exodus 34:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Dubbi tana ch'ufa t'aafi, wonti akanatiifi dubbi tana irati anini wold'aqisa keetifi ka Israeli tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Jechoota kanniiniin si'ii fi Israa'eliin jiddu'utti waan waadaa galeef jechoota kanniin barreessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ani jechoota kanaan si woliin, kolbaa Israa'elii wolille'een Gondooroo waan gondooradheef, jechoota kana barreeffadhu!» jedhe.