Exodus 34:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani AABBO Waaqa woliini halkaniifi guyya afurtama, ka woma nyaate ind'ugiini, tae. Inni d'akha hahafalicha kaani irati dubbi wold'aqisa ka Seera Kud'annaani t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa Rabbiin woliin ture; womaa hin nyaanne womaa hin dhunne; dhagaawwan baxxee sanniin irratti jechoota waada'aa kudhan barreesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen midhaan adoo hin nyaatin, bisaanille adoo hin unin guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama Mootii Waan Maraa woliin achi ture. Inni jechoota Gondooro'oo, ajajoota kudhan dhakaa baxxicha irratti barreesse.