Exodus 34:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni worri Israeli ch'ufti Musati d'ufe, inni seera AABBO Waaqi gaara Sinai gubba kenneefi worra barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ijoolleen Israa'elii maruu gara isaa dhiyaannaan waan Rabbi gaara Siina'aa irratti isatti dubbate maraa isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Israa'elii marti Muusee bira dhufanee, inni ajaja Mootiin Waan Maraa gaara Siina'aa gubba'atti isatti dubbate san isaan ajaje.