Exodus 34:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli fuula Musa ka bibiliqu arge. Duuba Musani hagogo taani ammalle fuulati deefate, haga hojaani inni AABBO Waaqaani haasau d'aqu geetuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii akka fuulli Muuse'ee ife laala'aa turan; inni Rabbiin woliin qaaqu'uuf haga seenuuf deebi'ee fuulatti haguuggata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan fuulli Muuse'ee akka ifu dhaggane. Achiin duuba inni Mootii Waan Maraa woliin dubbatiisaaf, yennaa dhaqu mara fuula ifii hin hagooggata.