Exodus 34:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani d'akha hahafalicha lama d'ibi boch'e, boriyya diirama gaara Sinaiti olkore, akuma AABBO Waaqi jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuseen akkuma baxxeewwan duraatitti baxxeewwan lamaa dhagaa irraa qirqide; akkuma bariiteen obboroo akkuma Rabbi isa ajaje baxxeewwan dhaga'aa lamaanuu harkatti qabatee gara gaara Siina'aa ol baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen dhakaa baxxicha lama ka seerri irratti barreeffame kama qaraa kaan ka fakkaatu bocee, akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajaje dhakaa baxxicha lama ka seerri irratti barreeffame san harkatti qabatee barii ganama gara gaara Siina'aa ol baye.