Exodus 34:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi dumansa keesa gadi bue Musa woliini dubbate, Anini AABBO Waaqa jed'e, maqa isaa qulqullicha himate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi duumessa keessaan gara isaa bu'ee achi isa woliin dhaabatee maqaa Rabbii labse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa duumensa keessa gad bu'ee achitti isa woliin dhaabbatee maqaa ifii, Mootii Waan Maraa lallabe.