Exodus 34:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi isa dura dabre lalabe waan jed'e, Anini AABBO Waaqa Waaqa eebaafi naasu guddo qabu, ka hure indallanne, ammalle ka d'ugaafi jaalala qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi afoo isaa lufee, «Rabbi; Rabbii namaa dhiisu, ka gaachena qabu, ka obsu, Rabbii abbaa arjummaa gudda'aatii fi dhuga'aa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Muusee dura dabaree, lallabee, «Ani Mootiin Waan Maraa, Mootii Waan Maraa, Waaqa mararaa arja'a; ka aari'iif hin ariifanne; jaalalli kiyya ka bara baraatii fi arjummaan tiyya baca'a.