Exodus 34:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Aabbo, yo atini d'uguma na maachite, anini si kad'ad'a, nu woliini deemi. Worri kunini mataa jajaba, ammo ha taatuti, amma atini dabafi ch'ubbu teenna hamtu ch'ufa nuu araarami, gumi tante nu tolfad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yabo'oo yoo ka si afo'otti gaachena argadheeru ta'e baniin kun ka lum'a jabaatu waan ta'eef ati Gooftaan keenna nu jidduu deddeebi'i; daba keennaa fi cubbuu keennallee nuu dhiisi; banii ristii teetii nu raasis» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Gootta'a, ani yoo si biratti fudhatama dhaggadhee jiraadhe, ani akka ati nu woliin ideentu si daadimadha. Kolbaan tun mataa jabeeyyii teetulle, hammeennaa fi cubbuu teenna nuu araaramiitii kolbaa teeti nu tolfadhu» jedhe.