Exodus 35:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani gumi worra Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Wonti AABBO Waaqi tolcha isaniini jed'e tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen ijoollee Israa'elii maraa wolitti qabee akkana isaaniin jedhe, «Wonti akka gootaniif Rabbi isin ajaje kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen wolde'a gumii Israa'elii mara wolitti qabee, isaaniin, «Wonni akka isin gootanuuf Mootiin Waan Maraa isin ajaje ta asii gad jirtu: