Exodus 35:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami harki wo tolchu beekhu, ka isani keesa jiru ch'ufti, koota waan AABBO Waaqi jed'e kana tolcha mid'aasa:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin keessaa worri ogummaa harkaa qaban maruu dhufanii waan Rabbi ajaje maraa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin keessaa worri ogummaa qabu marti dhufee waan Mootiin Waan Maraa ajaje mara hujuu ti: