Exodus 35:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro Woyyuma, golla isii ka keesatifi ka alaatifi hookofi utuba isiitiifi dareerafi dongora isiitiifi hunda isiile mid'aasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
daasee bulti'iitii fi dachaa isaa, waan qabataniin, cufanaawwan balbalaa, loosaawwan, utubaawwan, miillan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaanii Woyyittii, irbuusa isi'ii ka jala aanuu fi ka gubbaa aanu, hookkota isi'ii, danqaraa isi'ii, mikikkiloota isi'ii, utuboota isi'iitii fi shafee utuboota isi'ii,