Exodus 35:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle Sanduqa Wold'aqisa, kalcho isaati, qadaada isaati, golla isa durati hid'anile mid'aasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waada'aa, Loosaawwan ittiin baadhatan, qadaada saanduuqa dhiifamsaa, golga fuula isaa dhossu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo utuboota isi'ii woliin, qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamuu fi gollaa isaa,