Exodus 35:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle mesa, kalcho isaani baatanifi miha isaa ch'ufafi qit'a Waaqaa baasani mid'aasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gabataa, loosaawwan, Meeshaa maraa, xoroshoo,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
xarapheessaa, danqaraa isaatii fi meya isaa mara woliin, daabboo na dura dhikaattulle,