Exodus 35:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan hit'aana irati aarsanifi kalcho isaa; d'ad'a muudatiifi hit'aana urgaafi golla balbala Waaro Woyyuma mid'aasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
girgiraa hixaanaa, loosaawwan, dhadhaa ejersaa, hixaana urgaayaa, golgaa balbala hulee bulti'ii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa ta hixaanni irratti aarfamu danqaraa isi'ii woliin, zayitii muudaatii fi hixaana uddowu, gollaa karaa balbala seensuma Dunkaanii Woyyitti'ii,