Exodus 35:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle waan mesa fakaata ka sorio irati gubani, gingilcha isaa ka sibiila diimatifi kalcho isaatiifi miha isaa ch'ufa mid'aasa; qori bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitule mid'aasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan ciincaa gubamu itti aarsan, sibiila diimaa, ka kanniin irraa waa ittisu, loosaawwan, mi'a isaa maraa, saanii irratti dhiqatanii fi ka isa irra kaayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa ta kennansa gubamuu, waan akka meemme'ee ka sageettuu irraa hujame ka cilee kiphee daadhaa gad harcaasu ka isi'ii woliin, danqaraa isi'ii meya isaa mara woliin, qorii itti dhiqatanu ta sageettuu irraa hujante shafee isi'ii woliin;