Exodus 35:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani guyya jaa huji teesani hojad'a, ammo guyyaani torbeeso guyya Sabato qulqullo AABBO Waaqa keesaniti; guyya suni oola, nama guyya suni hojate ha ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa jahaa hujii keessan hojjadhaa'a; guyyaan torbeesso'oo ammo guyyaa woyyuu Sambata Rabbii ka hara baafataa isinii ta'a; namni guyyaa san hojjatu maruu haa ajjeefamuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan jaa guyyaa huji'ii ti; guyyaan torbeesso'oo ammoo Sanbata woyyicha ka ana Mootii Waan Maraatiif itti foorfattanu. Nami guyyaa Sanbataa hujii huje marti ijjeefamuu ti.