Exodus 35:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami ch'ufti fed'i ufi gula miha Waaro Woyyumatiini jaarani AABBO Waaqaa d'ufeeni. Worri miha eebaatiifi waan woya qaaloleetiini mid'aasanini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maruu akkuma garaan isaa fedhetti uffata woyyuu ka tajaajila mana woyyumma'aatiif ta'u kennaa Rabbii gara daase'ee fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami kennansa kenniisaaf fedhee, gadhaan isaa isa kakkaase, dhufee hujii Dunkaanii Woldeenna'aatiif, tajaajila isi'ii maraaf, woyaa hayyootaatiifille kennansa Mootii Waan Maraatiif fidane.