Exodus 35:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ka woya boofta qabu, bule taanaani, bule diimtu taanaani, yokhaani dabassa diimtu taanaani, woya rifeensa ree iraa mid'aasani taanaani, ammalle goga hoola ka hallani taanaani, yokhaani ka d'iisisani taanaani d'ufeeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni maruu uffata bulee bifa sami'ii, diimaa dhiilgee, uffata mishaa gad diratan, rifeensa re'e'ee, gogaa dhiisifame, gogaa korbeessa hoola'aatii fi worri gogaa qabu maruu fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri woyaa bifa cuquliisaa, woyaa dhiillee, liilana diimaa, woyaa rifeensa re'e'ee, woyaa quncee talba'aa dansaa, gogaa korbeessa hoole'ee ka hallame qabu marti fide.