Exodus 35:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Israeli ch'ufti, d'iirafi nad'eenileeni, dubbi AABBO Waaqi Musani jed'e gula fed'i ufitiini huji AABBO Waaqa suni wo baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dubartoonninii fi dhiirti Israa'elii maruu kennaa hujii Rabbiitiif ta'u maraa akka fedha ufiititti Rabbii fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii marti dhiirtii fi dubartooti, hujii Mootiin Waan Maraa akka isaan hujanuuf karaa Muuse'eetiin isaan ajaje maraaf, kennansa fedhii ifii Mootii Waan Maraatiif fidane.