Exodus 35:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu isaafi Oholiabu, ilma Ahisamaki, ka gosa Dani, qalbi biyya d'ibiini waan oguma suni barsiisani kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inninii fi Ayisaamikii gosa Daanii akka barsiisaniif Rabbi onnee isaanii keessa kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa innii fi ilmi Ahisamaakii Aholiiyaab ka gosa Daanii, worra kaan akka barsiisanu isaan lamaaniifuu dandeettii kenneera.