Exodus 35:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wo AABBO Waaqaa baasa. Nami ch'ufti ka AABBO Waaqa jaalalaani wo baasu fed'u ha waan kanaani d'ufu: worqi, qarsi, sibiila diima;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbiif kennaa dhiyeessaa'a; namni kennaa Rabbii kennu akka jaalalaa fi fedha ufiititti Rabbii haa kennuu; worqii, birrii, sibiila diimaa, waan bifa Sami'ii fakkaatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan qaddanu keessaa ana Mootii Waan Maraatiif kennansa dhikeessa'a! Nami kennansa kenniisaaf fedhu, kennansa worqi'ii, ka meeti'iitii fi sageettu'uu dhikeessuu ti.