Exodus 36:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bezalelifi Oholiabufi ogeeyi taani ch'ufti, ta AABBO Waaqi ogumafi hubacha kenneefi, ta waan ijaarsa Waaro qulqulloo male ch'ufa tolchu beetu, ha waan ch'ufa akuma AABBO Waaqi, Tolcha jed'e tolchaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baasili'eelii fi Eeliyaab, namoonni ogummaa qaban maruu akkuma Rabbi hujii ogumma'aa mana woyyumma'aa keessatti hojjataniif isaanii kenne waan Rabbi isaan ajaje maraa haa hojjatanii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre, Bazaali'elii fi Aholiiyaab, nami ogummaa qabu, ka Mootiin Waan Maraa hujii addee woyyitti'ii mara attam akka jalqabu akka beekuuf, ogumma'aa fi dandeettii kenneef marti, akkuma Mootiin Waan Maraa ajajetti worra huji huju» jedhe.