Exodus 36:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Golla lama d'ibi, toko ka goga elemiye ka hallu diimtu qabu, kaanile ka d'iisisani mid'aasani, golla kaani iraani iti gollaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daasee dachaa godhu'uuf gogaa korbeessa hoola'aa, isa irrattillee ka biraa irra dhawu'uuf gogaa dhiisifame godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan gogaa korbeessa hoole'ee ka hallame irraa Dunkaanii Woyyittii saniif irbuusa hujane; ka dhibiille gogaa hoolee galaana irraa hujanee irra buusane.