Exodus 36:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Utuba suni ch'ufa gama lachu fulla woltiini d'aabani mid'aasani, utuba Waaro suni ch'ufa akanuma mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala maraa irratti waan lamaan wol qabsiisutu ture; balbala cufanaa mana bulti'ii maraa akkasuma godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mikikkilooti Dunkaanii Woyyitti'ii sun akka wol keessa seenanu qaccee irratti gaafa lama ka cinaa wolii jiru hujane; isaan akka kanaan mikikkiloota Dunkaanii Woyyitti'ii mara hujane.