Exodus 36:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle waan utuba suni ira d'ad'aabani afurtama qarsiini mid'aasani, utuba ch'ufa lama lama jala d'aabani, aka isiini fulla utubaani suni woltiini eju jabeesitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala cufanaa diddamaa maraafuu miillan birrii irraa hojjatame godhaniif; cufanaa maraa jala wonti lamaan isaan wolitti qabsiisu waan lamaantu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mikikkiloota diddama saniifille shafee meetii irraa hujante afurtama hujane; gaafoti lama ka mikikkila tokkoo akka keessa seenanuuf shafee lama lama hujane.