Exodus 36:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle akuma kaani waan utuba suni iraa d'ad'aabani afurtama qarsiini mid'aasani, utuba ch'ufa lama lama jala d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee miillan birri'ii afurtama; cufanaa maraa jala miillan lama godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mikikkiloota diddama saniifille, shafee meetii irraa hujante afurtama hujanee, mikikkila tokko tokko jala shafee lama lama keyane.